About

Hello! I'm Jaarraa. I created this blog to post my passion, ideas, and any help I can give, on it. I use both English and Oromoo languages. Thanks for coming! Let's stay together!

Maqaan koo Jaarraa Waaqshuumaati. Yaadota koo fi wantan nama gargaaruu danda'us yoo jiraate as irratti maxxansuufan biloogii kana banadhe. Biloogii kana seentanii daawwachuu keessaniif galatoomaa! Waliin haa turru!

Comments

Popular Posts

Barruu Barreessichaa fi Jaarraa Arts

New Blog: Basic Technical Drawing

Akkamitti PDF yookaan “Document”ii Interneetii Irratti Hiruu?