New Blog: Basic Technical Drawing

I've also created a new blog named Basic Technical Drawing, to help students who want to develop the skill. It has also its own Facebook page. Thank you!

Screen shot of the blog
Ammas ammoo biloogii "Basic Technical Drawing" jedhamu tokko baneen jira. Barattoota yookaan namoota kamiyyuu, kanneen dandeettii fakkii 'teeknikaalaa' isaanii gabbifachuu barbaadan gargaaruuf yaadee kanan hojjedheedha. Biloogichi fuula feesbuukii mataa isaas ni qaba. Galatoomaa!

Comments

Popular Posts

Akkamittiin Hojiiwwan Hojjechuu Qabduu (fi Feetu) Yeroo Qabdu Keessatti Gahumsaa fi Milkaa’inaan Raawwachuu Dandeessaa?

Akkamitti PDF yookaan “Document”ii Interneetii Irratti Hiruu?